LATEST NEWS
Kolleejjiin Sanshaayiin Barattoota ogummaa Fayyaadhan Barsiisa ture Ebbisise
Bulchiinsa magaalaa Naqamteetti Kolleejjiin Sanshaayin barattoota ogummaa fayyaan waggaa lamaafi walakkaaf leenjisaa ture marsaa jalqabaaf sirna ho'aadhaan eebbisiisee jira.
Orientation to new TVET & Degree students was provided at SSC in the presence of managing director of the College, staffs and dean of the College. On the orientation program the dean of the College welcomed the students briefing about the College
NGAT Success of Sunshine College (67%)
Barattoota Sunshine College tti maastersii barachuuf fedha qaban qormaata biyyoolessaa GAT akka darbaniif namoota gara 30 adda baasnee leenjii guyyaa 3 laanneefi turre.